Home Og-barruu Bilisummaa

Bilisummaa

by Kedir Abdulatif

Wanti nuti dhalanneef, qananiitti qasa’aa jiraachuufi;
Wanti nuti lolatti seenneef, nagaan nagaa jiraachuufi;
Malee nuti; balaatti seennee, waraanaan du’uuf miti;
Bilisummaa feenee, bilisummaan abdii Addunyaati.

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: