HOJIILEE KADIIR
Ogumni Kadiir harki caalu; Waloo, Barreessaafi Gulaalaadha. Kanneen keessaa jechoota gamnaa bareedaafi barsiisaa tahan dubbatuun beekama!
1. JECHOOTA INNI DUBBATE
Wayyaaneen (TPLF) ijoollee buburraayxuu akka Jabbii, babbareedduu akka cabbii nujalaa nyaatte.”
Akkasumas…
Ati nama baay’eetti kolfuu dandeetta, gaafa tokko garuu namni baay’een sitti kolfuu danda’u.”
2. KITAABILEE KADIIR
1. Goonni Gosa Dhaala
Kitaabni Jalqabaa Kadiir “Goonni Gosa Dhaala” kan jedhu yommuu tahu, Muddee 30, 2017 Biyya Saudi Arabia Riyadh keessatti maxxanfamee, Istiraahaa Al-Majdiitti Amajjii 7, 2017 eebbifame!
2. Risaa Bokkaa Mooye
3. Wayyooma
4. Dhaloota Sodaa Cabse
3. Dhaabbata Kadiir (Kedir’s Organisation)