Home Asoosama Addunyaa tanarratti nuti ilmi namaa wanti ta’e tokko yoo nuqunnamu wantuma san qofatu qooda tahee nuuf kenname seena.

Addunyaa tanarratti nuti ilmi namaa wanti ta’e tokko yoo nuqunnamu wantuma san qofatu qooda tahee nuuf kenname seena.

by Kedir Abdulatif

Addunyaa tanarratti nuti ilmi namaa wanti ta’e tokko yoo nuqunnamu wantuma san qofatu qooda tahee nuuf kenname seena. Jireenya keessatti gufaatii xiqqoon yoo numuudattu deebinee waan kaanu nutti hinfakkaatu. Silaa bar gufaatii jireenya keessa dhuftuufi waan nu qunnamu san; hiikkamuu, furamuu akka dandahu dursinee osoo yaannee rakkoo cabsinee, jireenya salphifnee, kiyyoo qormaatootaafi gufannaa mooyuu dandeenna ture.

(When something happens to us human beings in this world, only that thing is given to us as a share. If we face a small setback in life, we don’t think we will get up again. I wish there were obstacles in life and what we encounter; If we had thought in advance that it could be solved, we could have broken the problem, made life easier, and overcome the traps of challenges and obstacles.)

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: