Ummanni Oromoo saba bal’aadha, hayyoota buuleyyiifi dhaloota haaraa gama Og-barruu barreessuutti fuulleffatan baay’ee qaba. Isaan keessaa barreessituu *Dubartii* cimtuu jettee yaaddu saanquda yaadaa (comment) keessatti barreessi! Barreessituu ati maqaa isii/ishee barreessite waliin dorgomsiifnee, “Kedir Abdulatif Award” irratti badhaafna!
Barreessituu Cimtuu!
previous post
4 comments
Anaaf Barreessituu cimtuun Dr.Zabiibaa Roobaa. Dubartii jabduu kitaaba 8 barreessiteedha. Nama hojii isiif malee na argaaf yeroo hin qabnedha. Jabduu namaati
Galatoomi 🙏
Zabiibaa Roobaa Gafarsoo
Galatoomi 🙏