Onneen keenya hin arganne gabii,
Galatoomi ulfaadhu haadha Wabii,
Imimmaan dhiiraa, yaa’ee ititaa;
Mar’imaan biyyaa, yaa’ee ciccitaa.
–
Anin bitu, hincitu hapheekoo,
Hin gatu, jaalala lapheekoo,
Nama dhugaa, nama sirnyaa;
Hunda dheessa, mara birbinyaa,
Akka kabajaa, akka ulfinaa,
Wal daguu, kana salphinaa,
Hin gatinaa, gootaa biyyaa,
Galatoomi ulfaadhu kiyyaa.
–
BHH irratti Ibsa Miidiyaaleef Taasifame!
previous post