Anaaf hiriyyaan koo isaan dhugaa isaan gaafa ani injifadhe suuraa na wojjiin ka’an osoo hin taane isaan gaafa ani dorgommiif qophaa’uuf dhama’u mala naaf himan saniidha.
2 Anaaf injifannoon Koo namoota Osoo na kuffisuuf yaalan kufan gargaaree kaasee maalummaa dhala namaa isaan barsiisuudha
3 ulfa keetuu yoo argan akka dahuu dandeettu namoonni hin amanne baayyeedha
4 Anaaf sodaan koo godaannisa jechaa fi gocha namaa osoo hin taane godaannisa seenaati
5 Nama seenaan ajjeese seerri bilisa baasu hin jiru
Kitaabicha keessa Kan fudhatame
Eebbi: Guyyaa 27/7/2014
Bakki: Magaalaa Kokkossaatti
Odeeffannoo Dabalataaf