Eebba Kitaaba “Dhaloota Sodaa Cabse”
Eebba Kitaaba Seenaa Haacaaluu Hundeessaa (Dhaloota Sodaa Cabse) kan Hamzaa Waariyoo fi Kadiir Abdullaxiif barreeffame irratti akka argamtaniif namni hundi affeeramtanii jirtu.
Bakki: Meelboorni Awustaraaliyaa, Paarkii @Footscary
Guyyaan: Dilbata Bitootessa 20, 2022
Yeroon: 3:00PM hanga 6:00PM
Lakk: Bilbilaa: 0451224658
You are cordially invited to celebrate the launch of Hamza Wariyo & Kedir Abdulatif new book.
Location: Melbourne Australia, @Footscary Park
Day: Sunday 20th March 2022
Time: 3:00PM – 6:00PM
Phone: 0451224658
15 comments
jabaadhukaa rabbi si haa gargaaru obboleessoo hojii gaariidha itti fufi
BEST
Gatii kitab meqaan
Yoo oromoo yaammte taate oromiffaan nuuf maxxansi
Tole galatoomi
Galatoma warroni kitaaba kana maxansitani nubiraan gessan ulfaadha
Atis galatoomi
Kitaabicha fuldurattti ni dubbifna yoo na dhaqqabe.Barresaan kiaabicha galata qabda
Galatooma
Galtoom garruu karra lachuu irraa akka argachuu dandenyuti nuffii kayyaa
Karaa email naa ergii kitabaa kankee kana
Sfgbjnnnj
gaarii dha
itti fufi jedhs
Jabaadhu. Barri bara tufuuzoo qofaan beekamaniidha waan taeef ofitti hin laafin. Ija jabaadhaa duratti bahaa warri dandeettii adda addaa qabdan