Home Oduu Gaazexeessituun FiB Sabboontuu Ahimad Bariisoo hidhaarraa hiikamte

Gaazexeessituun FiB Sabboontuu Ahimad Bariisoo hidhaarraa hiikamte

by

Gaazexeessituun FiB Sabboontuu Ahimad Bariisoo hidhaarraa hiikamte!

Caamsaa 26. 2022 (Kamisa) Galgala utuu bakka hojiisheetii galtuu Poolisooti 2n qabamtee Aanaa Labuu Waajjira Poolisii Muuziqaa Safar jedhamee beekamutti hidhamtee turuun Jimaata Waaree Booda Poolisoota Oromiyaatiin gara Bishooftuutti geeffamtee kan turte yoo ta’u Guyyaa har’aa hidhaarraa hiikamteetti.

https://fb.watch/dkxujccYCX/

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: