Home Og-barruu Haa ta’uun Hin Ta’u – Waloo Kadiir Sh/Abdullaxiif H/Hajjii

Haa ta’uun Hin Ta’u – Waloo Kadiir Sh/Abdullaxiif H/Hajjii

by

Haa Ta’uun Hin Ta’u!

“Kan tumamu buna kan iyyu mooyyeedha,”
Kan fagootti leencaa, biratti booyyeedha;
Addunyaan tuni, garas ta’ee faallaas taati;
Osoo qurxummii eegan, bofti nama baati!

Kedir Abdulatif Haji
Caamsaa 21, 2022

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: