Home Og-barruu Oromoon Dhiigan Maddaa!

Oromoon Dhiigan Maddaa!

by

Yoo Oromtittiin hiikkattu, ambaafi diina ililchaa;
Oromoon badee hin badu, hireefi haqa biqilchaa;
Irraa caamsanii carraasaa, yeroo xiqqoof gaddaa;
Gonkumaa hin hir’atu, Oromoon dhiigan maddaa!

Kedir Abdulatif Haji
Adoolessa 15, 2022

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: