Taphataan Liivarpuul Mohaammad Saalah fi Taphataan Cheelsii Saam Keer badhaasa taphattoota PFA baranaa injifatan
Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Mohaammad Saalah fi Taphataan Cheelsii Saam Keer bara 2021-22tti Piriimiyerliigii Ingiliiz fi Suuper Liigii Dubartootaa irratti goolii galchuudhaan lamaan isaaniituu badhaasa Warqee injifataniiru.
Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Mohaammad Saalaah taphataa dhiiraa 6ffaa ta’ee badhaasa taphataa cimaa PFA yeroo lamaaf injifateera.
Taphataan Cheelsii Saam Keer ammoo taphataa kubbaa miilaa Awustiraaliyaa badhaasa kana injifate isa jalqabaa ta’eera.
Odeeffannoo biroo argachuuf:-
Website: httpshttps://kedirabdulatif.com
Telegram👉https://t.me/KedirAbdulatifH