Baqa dhiiraaf Dubartii biyyaa Arabaa jiraniif qophaa’e kana hundi keessan tasgabbiin guutaa. Faayidaan isaa rakkoolee namoota biyya Arabaa jiran isaan qunnamu addaan baasuufi kallattii furmaataa lafa kaa’uuf, dhaabbata dhimma kana irratti hojjatu hundeessuuf kan karoorfameedha.
Kanaaf hundii keessan irratti hirmaadhaa, unkaa (form) isa dhugaa ta’e qofa guutaa.