Home Og-barruu Waan Kaayyoo Eeloftee!

Waan Kaayyoo Eeloftee!

by
Muslimoota Jumlaan Wallaggaatti dhuman!

Ulfina jaarraa baay’ee, kabajaa gadaa michuu;
Qananii qabu fooyyee, duudhaafi aadaa kichuu;
Mee irraa dubbanna: bakka jirru, bakka geenne;
Safuufi cubbuu danuu, nyaaphni nun dhageenne!
Waan kaayyoo eeloftee,
Waan aayyoo beeloftee,
Isinitti himna gurra kunnee,
Seenaa bade, maqaa dunnee!

Kedir Abdulatif Haji

You may also like

Leave a Comment

%d bloggers like this: