Waldorgommii badhaasa marsaa 1ffaa, gulaallii 2ffaa
Barreessaa Challenge
Sagantaan Barreessitoota Oromoo jajjabeessuuf yaadne akkuma itti fufetti jira. Namoonni akka sagantaa kana qopheessuuf na jajjabeessitaniif sponsor naaf gootan hedduu ulfaadhaa 🙏 Galata ani isiniif deebisuu hin dandeenne narra keettanii jirtu. Hirmaattonni sagantaa kanaafi ummanni keenya kan yoomaraa waamaratti waamatan namarraa hafee hin beeynes galatoomaa ulfaadhaa 🙏
Qabxiilee Barreessaa Challenge!
👇👇👇
– Ajandaa Og-barruu Afaan Oromoo hoo’ifna,
– Ajandaa qarooma Oromoo beekumsa ammayyaan warra utuban tumsina,
– Barreessitoota Oromoo biyya kamiiyyuu jiraniifi sadarkaa kamirraayyuu jiran jajjabeessina,
– Barreessitoota Oromoo sadarkaa naannoo, biyyaafi Addunyaatti beeksifna,
– Kitaabilee Afaan Oromoo, kanneen barreeffamanii dagatamaniifi haaraa dhufanitti ulfina goona,
– Namoota nurra qabaataniifi nurra beekaniif fakkeenya taana,
– Hamilee hirmaattota dorgommii jajjabeessina!
– Og-barruu Oromoo gama gabaa Digital ta’etti ol-guddifna,
– Dhaloota dubbatu duwwaa osoo hin taane, dhaloota dubbisu, barreessuufi ummata beekumsaan ijaarame horanna…
Hub: Nuti ni jalqabna rabbiin itti nuuf guuta! Abdii horadhaa, waan dandeettaniin Barreessitoota Oromoo tumsaa.
#Share gochuu hin dagatinaa!
Dabalata: 👉 https://t.me/KedirAbdulatifH 👈 daawwadhaa! 👈 daawwadhaa!
31 comments
Mashaalah jajjabadha
Jabaadhu
Jabaadhu amanu
Siwajjin jirra amanu
Amanu
wolaloo qalbii nama hatee dhugaa nama yaadachiisudha dhiheesse
Jabadhaa
Itti maddaa
Baay’ee namatti tola.
Itti jiraa jabadhaa
Yaada gaariidha! Jabaadhaa hojii daggatame waan ta’eef jiraadhaa eebbifamaa!
good
Riyaado kenyaa cinaa jirraa
Riyad jabaadhu ati nama cimadha
Baayyee gaarii
Ok
Jabadhaa calaminne jiraa
💪💪💪💪
Commenti nni nafdemmu didde malifi
Jabaadhu bro
Ilmaan cinqqi nu cinqitanni
Ok
Jabadhaa durifaminee jiraa
Wayyoo nyataminne
✊✊
Jabadhaa
J
Wal dorggommii
Riyad Rayya heddu namatti tolta🥰🥰
Aartiinkoo ijakooti
Amanuu jabaadhu jabduu ilmaa